2 Chronicles 15:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani ilaafina, garaa jabaad'a, hujiini isani hojatani lafati hafte imbaddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu jabaadhaa'a; hin dadhabinaa'a; hujii mishaa hojjattan maraafuu gatii argattanii» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo gatii eloo teessanii waan dhaggattanuuf, jajjabaadha'a, hin dadhabina'a» jedhe.