2 Chronicles 16:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hayyu Asani tolche ch'ufa, haguma geetunu, kitaaba Odu Hayyoota Yudatifi ta Israeli keesati t'aafaniti t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mootichi Aasaan bara ufii bulchu hojjate jalqabaa haga dhumaa kitaaba seena'aa ka mootota Israa'eliitii fi ka biyya Yihuuda'aa keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni Aasaan bara bulchiinsa ifii huje, jalqabaa haga muumme'eetitti kitaaba dabarsii mootota Yihuda'aatii fi mootota Israa'elii keessatti barreeffanteerti.