2 Chronicles 16:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
awaala goda d'akha ka inni mid'aafate, dira Daudi keesati, isa awaalani. Inni doonaani qumbifi d'ad'a urgaa nafa isaa ibsani, ibida gudda goolani isaa bohani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
reeffa isaa siree irra ciibsanii urgooftuu gara garaa ka ogeeyyiin wolitti qaban itti godhanii hulee abboonni isaa itti awwaalaman qachaa Daawitii keessatti awwaala ufii tolfate keessatti awwaalan; waan kabajjaa isaa gudda'aatiif qoraan guddisanii wol irra tuulanii bobeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan addee awwaalaa ta inni ifiif qachaa Daawitii keessatti qopheeffate keessatti isa awwaalane. Isaan taqee uddowaa adda addaatii fi fiqire'een uddeeffante irra isa irkisane. Isaan ulfinna isaatiif ibidda guddaa goolane.