2 Chronicles 16:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyu Asani qarsifi worqi Mana Waaqatifi ka mana hayyu keesaa guure, Damaskiti gara Benhadadi hayyu Shamuti erge waan jed'eeni;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Aasaan mana woyyuu Rabbiitii fi qabeenna mooti'ii keessaa birri'ii fi worqii fuudhee Wolda'aadeerii mootii biyya Sooriya'aatiif ergee
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Aasaan addee qabeenni Galma Waaqaatii fi qabeenni mana mootumma'aa ka isaa jiru keessaa meeti'ii fi worqii fuudhee, mooticha Sooriya'aa Ben-Hadaad ka Damaasqoo keessa tee'ee bulchuuf ergee,