2 Chronicles 16:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kooti, aka abbooti teenna goli woli taana qarsifi worqiini tunini waan anini sii ergu. Amma tana wold'aqisa siifi Baashani hayyuuni Israeli woliini qabdani ch'absi, aka inni askarti isaa lafa tiyya keesaa baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waadaan abbaan kiyyaa fi abbaan kee wolii qaban anaa fi si'i jiddu'uttillee akka ta'u birri'i fi worqii sii ergeera; akka inni na biraa fagaatu waadaa ati Ba'aasii mootii biyya Isaa'elii woliin qabdu diigi» jedhee nama itti erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akkuma abbaa keetii fi abbaa kiyya wodhakkaa Gondooroon jirtu, anaa fi si wodhakkaalle Gondooroon jiraattuu ti. Kunoo, ani meeti'ii fi worqii sii ergeera. Akka inni na irraa deebi'uuf Gondooroo mooticha Israa'elii Baashaan woliin qaddu san diigi» jedhe.