2 Chronicles 16:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Benhadadini dubbi Asa d'agaye, askarti isaatiifi worra gugurda askarti isaa dira Israeliti had'iisaa erge. Jennaani worri dira Iyonitifi Danitifi Abel-Beth-Maakatifi dira Naftali ka sagale keesati olkayani ch'ufa dabsate fud'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wolda'aadeer waan mootichi Aasaan jedheen maarre jedhee ajajoota loltoota ufii gara qachoota Israa'elii erge; isaanillee Giyooniin, Daaniin, Abeelmaayimiimii fi mana meesha'aa ka biyya Niftaalemii maraa dhayanii qabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ben-Hadaadille Aasaa mootichaaf tole jedhee, ajajjoota loltoota ifii gara qachoota Israa'elii erge; isaan Iyoon, Daan, Abeel-Maayimii fi qachoota mey itti kuufamu ka biyya Niftaalemii keessaa mara qabatane.