2 Chronicles 16:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi Asani qonqo lafa Yuda ch'ufati erge nama ch'ufa wolti yaame, aka nami ch'ufti haguma gaunu d'ufe, d'akhaafi mukha Baashani dira Ramatini jaare guure, dira Gebaatifi ka Mispa sunumaani jabeesani jaarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Aasaan namoota Yihuuda'aa maraa wolitti qabee mukaa fi dhagaa dura qachaa Raama'aa ittiin ijaara'aa ture san guursisee Geeba'aa fi Mitsiphaa ittiin ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Aasaan mootichi namoota Yihuda'aa mara fidee, dhaka'aa fi muka Baashaan ittiin dalleya dhaka'aa ka Raama'atti ijaaruu jalqabe san fudhatee, dalleya dhaka'aa Geba'aa fi Miispha'atti ijaare.