2 Chronicles 16:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi raagi Hanani jed'ani toko gara Asa d'aqe waan jed'eeni, Waan atini AABBO Waaqa kanke lakifte hayyu Shamu qarqaarsa heregateefi, duuli hayyu Israeli ya baqate si duraa bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Haanaani raattichi gara Aasaa mootii biyya Yihuuda'aa dhaqee, «Ati mootii biyya Sooriya'aa waan hedatteef, Rabbii Waaqa kee waan hin hedanneef duultonni biyya Sooriya'aa si harkaa yaa'an
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Haanaaniin mudhii dhaggu gara Aasaa mooticha Yihuda'aa dhufee, «Ati mootii Sooriya'aatitti ciqilfattee, Mootii Waan Maraa Waaqa keetitti ciqilfatuu waan dhaddeef, loltooti Israa'elii si jalaa miliqaneeran.