2 Chronicles 16:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi lafa ch'ufa ilaale tisse nama isa d'ugeefatu jabeesa. Waan atini aka daale tateefi, armaa achi worraani lafa tante keesaa imbahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan hennaa maraa nama onneen isaa qulqullu'uu laaluuf ati amma waan hujii gowwumma'aa hojjatteef lolli si hin dhiisu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra gadhaa tokkochaan isatti ciqilfatuuf, qarqaarsa jabaa kenniisaaf, ilti Mootii Waan Maraa biyya lafaa duudii hin ilaalti. Ati waan kana gowwumma'aan hujje; tanaaf haganaa achi woraanni sitti hin ka'a» jedhe.