2 Chronicles 17:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi hayyoota d'aatu Yehoshefathi jirtu ch'ufa isa sodaachise, duuba akanaani worri lafa Yuda had'u sodaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootonni naannoo biyya Yihuuda'aa jiran Iyyoosaafixiin irratti akka hin duulleef Rabbi sodaa isaanitti buuse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa ta adaala biyya Yihuda'aa jirtu Mootii Waan Maraa waan sodaatteef, Yoshaafaax irratti lola kaasuu hin barbaanne.