2 Chronicles 17:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gosa Filisti ka gari qarsifi waan d'ibileeni d'ufeeniifi, ammalle worri Arafti hagi toko Elemiye kuma torbatiifi d'ibba torbatiifi korbeeyyi kuma torbatiifi d'ibba torba d'ufteeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Filisxeemii keessaa namoonni gari gariin birri'ii fi kennaa biraa mootii Iyyoosaafixii kennan; worri biyya Arabaa gari gariin garuu hoolota kuma torbaatii fi dhibba torbaa, korbeeyyii re'iinii kuma torbaa fi dhibba torbaa fidaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Filisxeemotaa gariin Yoshaafaaxii mootichaaf kennansa hedduu fidanee, meetiille gabbarane; worri Arabaalle korbeeyyii hoole'ee kuma torbaa fi dhibba torba, korbeeyyii re'e'ee kuma torbaa fi dhibba torba fidanee isaaf kennane.