2 Chronicles 17:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yehoshefathini haga qara ira jabaate, maneeni jajabduufi dirale ch'ufa lafa Yuda keesati jaare,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi guddisee jabaata'aa durooma'aa deeme; biyya Yihuuda'aa maraa keessatti ijaarsaaf hulee meeshaa woraanaa itti kaayanillee ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaax ittuma guddataa, jabaataalle ideeme. Inni biyya Yihuda'aa keessatti qachoota dalleya dhaka'aa qabanuu fi qachaa gootaraa midhaaniitii fi meya adda addaa itti galchanu ijaare.