2 Chronicles 17:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
balbala balbalaani Yerusalemu kaye. Guddaani askarti balbala gosa Yuda Adna, askartini isaa nama kuma d'ibba sadii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataan laakkobsa isaaniillee akkaataa manniin abboota isaaniitiin bulchaan bulchoota biyya Yihuuda'aa Aadina'a; Isa woliin namoota jajjabaa kuma dhibba sadihiititu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laakkossi isaanii akka maatii maatii isaaniititti asii gad jiran: Yihudaa keessaa ajajaan kumaa Adina'a; inni loltoota jajjaba kuma dhibba sad ka ajaju.