2 Chronicles 17:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari kuni ch'ufti Yerusalemu keesa hayyu hojate. Jara kana malele inni askarti d'ibi dira Yuda ka jabeesani jaarani kaani keesa kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni kunniin maruu worra Yerusaalemiin keessatti Iyyoosaafixiin gargaaran uduu hin dabalatin worra hojjatti isaa hojjatan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun worra mootichi biyya Yihuda'aa keessaa qachoota dalleya dhaka'aa qabanu mara akka eeganuuf keessa keye adoo hin dabalatin worra qofitti isa tajaajilane.