2 Chronicles 17:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dira Yuda jajaba kaanifi lafa Yudatifi dira Asani lafa Efraimu keesaa boojiele askarti keesa kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoota abbaan isaa mootichi Aasaan baadiyyaa qabate, qachoota bulchiinsa Efreemii jala jiran marattuu loltoota ufii duulchise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qachaa biyya Yihuda'aa ka dalleya dhaka'aa qabu mara keessa loltoota keye. Lafa Yihuda'aa keessa qachaa Efreemii ka abbaan isaa Aasaan qabate mara keessalle waardiyoota ifii keye.