2 Chronicles 17:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Yehoshefathini faana abba isaa ta qara gula bahe Waaqa Baali jed'ani kad'achu dideefi, Waaqi isaa eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi waan mishaa mootichi Daawiti hojjate ka abbaan isaa duukaa bu'e waan hordofeef waan waaqa tolfamaa ba'aal jedhamu hin waaqeffanneef Rabbi isa eebbise;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaax akkuma abbaan abbootii isaa ta durii Daawiti jalqaba mootummaa ifiititti deddeebi'e waan deddeebi'eef, Mootiin Waan Maraa isa woliin jiraate; inni Ba'aal hin barbaanne.