2 Chronicles 17:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Waaqa abba isaa gula bahe, Seera Waaqale guute, hayyoota Israeli taani gula deemu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Waaqa abbaa ufii barbaade; ajaja isaa eege malee waan worri Israa'elii hojjatan hin hojjanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Waaqa abbaa ifii barbaadatee, ajaja isaa hordofe malee, akka mootota Israa'elii ta isaan qaraa hin deddeebine.