2 Chronicles 17:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi mootuma Yehoshefathi jabeese, nami ch'ufti gibira baaseefi, duuba akanaani inni dureesa tahe gurra baafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi mootummaan Iyyoosaafixii biyya Yihuuda'aa irratti akka jabaatu godhe; baniin biyya Yihuuda'aa maruu kennaa gara garaa qabatanii waan isaaf kenna'aa turaniif inni guddisee duroome.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa mootummaa Yoshaafaaxii ta Yihuda'aa harka isaatitti jabeesse. Namooti Yihuda'aa marti kennansa adda addaa isaaf fidanee, inni durumma'aa fi ulfinna guddaa dhaggate.