2 Chronicles 17:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaani isaa guddo gara AABBO Waaqa jira, tanaafi inni fulla Waaqa d'ara iti kad'atanifi akheekha Waaqa Ashera jed'ani ka Yuda keesa jirule lafa keesaa balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni onnee guutu'uun Rabbii hojjate; hulee waaqa tolfama'aa ka biyya gaaraa jiru ka worri Yihuudota hin taane waaqeffatuu fi fakii waaqa dubartii asheeraa jedhamtu ta biyya Yihuuda'aa keessa jirtu balleesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan isaa Mootii Waan Maraatiif ajajamiisaaf jajjabaatee, addee waaqonfanna'aa ta waaqota dharaatii fi utuboota waaqa dharaa ta, «Asheeraa» jedhantuu biyya Yihuda'aa keessaa balleesse.