2 Chronicles 17:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri sunini kitaaba Seera AABBO Waaqa fuud'e, lafa Yuda keesa yae biyya barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee kitaaba seera Rabbii qabatanii qachoota biyya Yihuuda'aa maraa keessa deema'aa banii barsiisa'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Kitaaba Seera Mootii Waan Maraa fuudhanee dhaqanee, qachoota Yihuda'aa keessatti kolbaa barsiisane. Isaan qachoota Yihuda'aa mara keessa deemanee odduu kolba'aatitti barsiisane.