2 Chronicles 18:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
toko ka Zedekia, ilma Kenaana jed'ani, sibiila aka gaafa mid'aase waan Ahabuni jed'e, AABBO Waaqi waan jed'u; gaafa kanani worra gosa Shamu haatani dabsattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sedeqiyaas ilmi Kinaana'aanii gaafa sibiilaa hojjatee Aki'aabiin, «Rabbi ‹Haga worri Sooriya'aa badutti kanaan loltee mootee argatta› jedhe» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagota san keessaa ilmi Kine'aanaa Zedeqiiyaan sibiila akka gaafaa hujatee, Ahaabiin, «Mootiin Waan Maraa, ‹Worra Sooriya'aa haga lafa irraa balleessitutti, gaafota kanaan isaan hin woraanta› jedha» jedhe.