2 Chronicles 18:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi Mikaya yaamu d'aqe kaani waan jed'eeni, Raagooti taani ch'ufti yayu afaani taka dubbate waan dansa hayyu fadde, atinileeni akasuma waan dansa dubbate hayyu fagu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ergamaan raatticha Mikkiyaasiin waamu'uuf dhaqe Mikkiyaasiin «Worri raattotaa kuuwwan afaan tokko ta'anii mootichatti waan mishaa dubbata'aaranii afaan keetii fi afaan isaaniillee akka tokko ta'u, akka waan mishaa dubbattu si kadhadha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi akka Miikiyaas waamuuf ergamee dhaqe sun, «Kunoo, raagoti martinuu afaan tokkochaan marroo mootichaa waan dansaa dubbataneeran; maganne'e atille akkuma isaanii waan dansaa itti dubbadhu» jedheen.