2 Chronicles 18:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Mikayaani waan jed'eeni, Anini maqa AABBO Waaqatini kakhad'a, aka waan Waaqi kiyya, jed'i naani jed'u ch'alla jed'u!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mikkiyaas garuu «Dhugaa Rabbii! waan Rabbi naan jedhe callaa dubbadha» jedhee kakatee dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miikiyaas ammoo deebisee, «Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee! Waanuma Waaqi kiyya natti dubbate qofa hin dubbadha» jedhe.