2 Chronicles 18:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni fulla hayyu Ahabu d'ufe jennaani hayyuuni waan jed'eeni, Mikaya, nu Ramothi haana mo inhaanu? Mikayaani waan jed'eeni, Beena, had'a, AABBO Waaqi inuma isani dabsachiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa raattichi Mikkiyaas gara mootichaa dhaqe mootichi «Mikkiyaas! Reemaatii biyya Gala'aadii keessatti argamtuu dhandhee lolla mo'o hin dhiifna?» jedhee gaafate; raattichi mootichaan «Ka'ii deemi Rabbi mootee sii kennaa» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagichi gara mootichaa yennaa dhufe, mootichi, «Miikiyaas, Raamoot-Giili'aaditti hin duulla moo yookiin hin lakkinna?» jedhee gaafate; raagichille deebisee, «Qachaan sun dabarfamee harka keetitti waan kennamuuf, hin injifattaatii ol bayii loli» jedheen.