2 Chronicles 18:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyichi waan jed'eeni, Hojja maqa AABBO Waaqatini naani dubbatu d'uga dubbad'u! Maro hagami siti himu male?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi raatticha Aki'aabiin «Ani dhugaa malee dhara natti hin dubbatin jedhee maqaa Rabbiitiin harka meeqa si kakachiisa?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi ammoo isaan, «Waan dhugaa te'e malee, waan dhibii maqaa Mootii Waan Maraatiin akka natti hin dubbanneef, ani yennaa meeqa si kakachiisuu na barbaachisa ree?» jedheen.