2 Chronicles 18:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mikayaani waan jed'eeni, Anini worra Israeli ch'ufa ka gaareeni gubba firfirsani, hooliye tissitu inqamne fakaatu arga. Ammalle AABBO Waaqi waan jed'u, Worri kunini abba inqabu, ha namu nagayaani galuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee loltoonni Israa'elii akka hoolota tissee hin qabneetitti gaara irratti ka bittinnaayaniiran arga'aara; Rabbillee ‹Kunniin masakkaa hin qaban isaan maruu nagayaan gara mana ufii haa deebi'anii gad dhiisaa'a› jedhee natti himeera» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miikiyaasille deebisee, «Loltooti Israa'elii marti akka hoolota tissee hin qannee koobota irra bittinnootteertuun dhagge; Mootiin Waan Maraalle, ‹Isaan kun sooressitoota waan hin qanneef, nageyaan gara mana ifii deebi'anuutii gad lakkis› anaan jedheera» jedhe.