2 Chronicles 18:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahabuni waan Yehoshefathini jed'e, Anini, inni waan hamtu male, dansa naa infagu sini injenne? Me, ilaali!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Israa'elii Iyyoosaafixiin «Inni waan hamaa malee waan mishaa natti hin dubbatu siin hin jennee?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Israa'elii Yoshaafaaxiin, «Namichi kun marroo tiyya waan hantuu malee, waan dansaa raaga akka hin dubbanne ani sitti hin hinnee ree?» jedhe.