2 Chronicles 18:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Eenuti Ahabu soba, aka inni deeme Ramothiti duu? Malaikaani gari waan toko jette, ammo ta gari waan d'ibi jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee ‹mootiin Israa'elii Aki'aabi Reemaatii biyya Gala'aadii keessa jirtuu dhaqee akka achitti du'u ka isa sobu eennu?› jedhee gaafate; maleekkota keessaa gari gariin yaada biraa, gari gariin garuu yaada biraa dhiyeessan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, ‹Mootichi Israa'elii Ahaab dhaqee Raamoot-Giili'aad akka loluuf, achitti akka ijjeefamuufille eentu isa gowwoonsa ree?› jedhe; tokko waan tokko kuun waan dhibii jedhe.