2 Chronicles 18:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jinnini toko AABBO Waaqa dura d'ufte waan jetteeni, Anati isaa soba. AABBO Waaqi, Akami sobda? jed'e gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
dhuma irratti garuu hafuurri tokko gara Rabbii dhufee ‹ani isa sobuu hin danda'a› jedhe; Rabbillee ‹ati atta gootee isa sobuu dandeetta?› jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ayyaanni tokko gara duraa dhufee, Mootii Waan Maraa dura dhaabbatee, ‹Ani isa hin gowwoonsa› jedhe; Mootiin Waan Maraa isaan, ‹Maaniin isa gowwoonsita?› jedhee gaafate.