2 Chronicles 18:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jinnini waan jetteeni, Anini deeme raagoota Ahabu ch'ufa kiyyibsiisa. AABBO Waaqi waan jed'eeni, Beeni, isa sobi, inni inuma sobama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkichillee ‹ani dhaqee afaan raattota Aki'aabii maraa keessatti hafuura sobaa ta'a› jedhee deebiseef; Rabbillee, ‹Eega jette dhaqi sii ta'aa› jedheen»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni sun, ‹Ani dhaqee ayyaana dharaan raagota Ahaabii mara raaga dharaa dubbachiisu hin te'a› jedhe. Mootiin Waan Maraalle, ‹Ee, sii hin milkoottii, dhaqiitii tolchi!› jedheen.