2 Chronicles 18:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Mikayaani waan jed'e, AABBO Waaqi yayu raagoota tante tana ch'ufa kiyyibsiise, ammo isumati si balleesu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mikkiyaasillee mootichaan «Rabbi attamitti raattota tee maraa keessaa akka hafuura sobaa kaaye argitee? wonti waan kana godheef akka ati baddu waan si irratti murteesseef!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, kunoo, Mootiin Waan Maraa afaan raagota teeti tanaa keessa ayyaana dharaa keyeera. Marroo teeti balaa dubbateera» jedhe.