2 Chronicles 18:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani raagi Sedekiani Mikaya d'abanaase waan jed'eeni, Lubbuuni Waaqa yoomi na biraa deemte sini dubbate?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sedeqiyaas ilmi Kina'aanii gara Mikkiyaasii dhaqee dhabanaasa'aan dhayee «Karaa kamiin Hafuurri Rabbii na bira lufee sitti dubbate?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ilmi Kine'aana'aa Zedeqiiyaan gara Miikiyaasii dhaqee boqoo isaa keessa kabalee, «Ayyaanni Mootii Waan Maraa kun karaa kamiin na bira dabaree sitti dubbate?» jedhee isa gaafate.