2 Chronicles 18:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jettaniini, Hayyichi waan jed'u, Nama kana mana hid'aansa keesa buusa, qit'aa gogafi bisaani ch'allaani gololcha, haga anini nagayaani galuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan haga ani lolaa nagayaan deebi'utitti mana hidha'aatitti isa galchanii buddeena gogaa nyaata'aa bisaanuma callaa akka dhugu haa godhanii; kana maqaa kiyyaan isaanitti naa himi» jedhee ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaaniin, ‹Mootichi: Nama kana hidha'a! Haga ani nageyaan deebi'utti sagale'ee fi bisaan malee, waan dhibii itti hin kennina'a jedheera› jedha'aan» jedhe.