2 Chronicles 18:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mikayaani waan jed'eeni, Yo atini d'uguma nagayaani galte, AABBO Waaqi naani indubbanne. Ammalle inni waan jed'e, D'iiro, isani nami ch'ufti d'uga naa taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattichi Mikkiyaasillee «Ati yoo hulee lolaatii nagayaan deebite Rabbi natti hin dubbanne jechu'u jedhee laagaa ufii ol qabatee «Isin worri as jirtan maruu waan ani amma jedhe kana hubadhaa'a!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miikiyaas deebisee, «Yoo ati nageyaan deebite, Mootiin Waan Maraa natti hin dubbanne» jedhe. Inni itti dabalee, «Kolbaan tun marti, dhage'a'a!» jedhe.