2 Chronicles 18:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahabuni waan Yehoshefathini jed'e, Anini woya tiyya jijirad'e nama d'ibi ufi tolche had'u d'aqa, ammo atini woya tante ta hayyutini had'u d'aqi. Duuba hayyichi Israeli woya jijirate nama d'ibi ufi tolche had'iisa d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Israa'elii Iyyoosaafixiin «Ani uffata kiyya jijjiiradhee gara lolaa seenaa ati garuu uffatuma kee uffadhu» jedheen; kanaaf mootichi Israa'elii uffata ufii jijjiiratee gara lolaa seenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Israa'elii Yoshaafaaxiin, «Eennulle akka na hin beenneef, woyaa dhibii uffadhee duula hin dhaqa; ati ammoo woyaa teeti ta mootumma'aa uffadhu» jedhe. Tanaaf mootichi Israa'elii Ahaab eennulle akka isa hin beenneef woyaa dhibii uffatee duule.