2 Chronicles 18:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi inni waan jed'eeni, Dira Ramothi deemne woliini haane ho? Yehoshefathini waan jed'eeni, Haye, anaafi askartini tiyyaleeni ch'ufti kurfo jira, woliini iyyaana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Israa'elii Aki'aabi mootii biyya Yihuuda'aa Iyyoosaafixiin «Na woliin qachaa Reemaatii biyya Gala'aadii keessa jirtu dhaxxaa?» jedhee gaafate. Iyyoosaafixi, «Ani akkuma keeti! baniin kiyyallee akkuma banii keetiiti lolaaf si woliin deema» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Israa'elii Ahaab, «Ati na woliin Raamoot-Giili'aad loliisaaf hin dhaxxaa?» jedhee, mooticha Yihuda'aa Yoshaafaax gaafate; Yoshaafaax deebisee, «Ani akkuma keeti; kolbaan tiyyalle akkuma kolbaa teetii ti; nuuti si woliin dhandhee hin lolla» jedheen.