2 Chronicles 18:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi Shamu qara waan askarti isaa ta gaari fardi hirkisuti matatiini jed'e, Hayyu Israeli male, nama d'ibi tokole inhad'ina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi biyya Sooriya'aa, «Aki'aabii mootii biyya Israa'elii fooya'aa ajjeesaa malee ka biraa eennuun irrattillee balaa hin buusinaa» jedhee bulchoota loltoota gaarii fardaatiin lolan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san mootiin Sooriya'aa ajajjoota loltootaa worra garreettaa fardaan harkifamuutiin, «Mootii Israa'elii qofa malee, nama tokkolle hin lolina'a!» jedhe.