2 Chronicles 18:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka had'iisi aka male jabaachu jiru, hayyu Ahabu gaari isaa keesati, fuula worra Shamuti deebisani jabeesani qabani. Aduuni d'iinaani ch'iche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san lolli hin jabaate; mootiin Israa'elii Aki'aabi biyya Israa'elii afo'otti gaarii fardaa irratti irkatee isaanitti mudhata'aa ture; hennaa aduun dhiite hin du'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa san lolli o'ee, Ahaabiin mootichi gara worra Sooriya'aa fuula galee garreettaa ifii ka fardaan harkifamu keessa itti irkatee dhaabbate; inni galgaluma san du'e.