2 Chronicles 18:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo qara eegi ato, iyaane, Waaqa kad'anne gorsa iraa fud'anna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi mootii Israa'eliitiin, «Duraan dursinee fedha Rabbii haa gaafannuu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaaxille mooticha Israa'eliitiin, «Qara, waan Mootiin Waan Maraa jedhu gaafadhu» jedhe.