2 Chronicles 18:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ahabuni raagoota nama d'ibba afuri wolti yaame waan jed'eeni, Dira Ramothi inhad'a mo, inhad'u? Worri waan jed'eeni, Ee, beeni had'i, Waaqi harka kanketiti worra keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Israa'elii raattota dhibba afurii wolitti qabee «Gara Reemaatii biyya Gala'aadiin keessa jirtuu lolaaf hin dhaqa mo'o hin hafa?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee, «Rabbi dabarsee mootichaaf waan kennuuf dhaqi» jedhanii deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Israa'elii Ahaab raagota dhibba afur wolitti qabee, «Raamoot-Giili'aad dhandhee lolla moo yookiin ani hafu woyya?» jedhee gaafate; isaan deebisanee, «Mootiin Waan Maraa qachaa san harka keetitti dabarsee waan kennuuf, dhaqii loli» jedhane.