2 Chronicles 18:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yehoshefathini waan jed'eeni, Raagi d'ibiini injiru, ka nu gorsa AABBO Waaqa iraa fud'anuuni?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi garuu «Raanni Rabbii ka biraa ka waan kana gaafannu as hin jiruu?» jedhee gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaax ammoo, «Isaan kana malee ka nuuti gaafannu raagaan Mootii Waan Maraa ka dhibiin as hin jiruu ree?» jedhe.