2 Chronicles 18:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyooti lamaani taani miha hayyu naqatte, barch'uma ufi ka hayyuma ira, fulla oobdi ta fulla fullo dira Samaria, teteete, raagooti ch'ufti worra dura ejaanjite wo fadde. Raagi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san mootiin biyya Yihuuda'aatii fi mootiin biyya Israa'elii uffata mootumma'aa uffatanii balbala seensa qachaa Samaariya'aa bira hulee itti gad bayan teessoo mootummaa ufii irra taa'aniiran; worri raattotaa garuu isaan afo'otti raaga dubbata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Israa'elii Ahaabii fi mootiin Yihuda'aa Yoshaafaax woyaa mootumma'aa ta ifii uffatanee karra qachaa Samaariya'aa dura eeddummee keessa barcumaa mootumma'aa ta ifii irra tee'anee, raagoti martinuu isaan duratti raaga raagane.