2 Chronicles 19:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ato atini akasile taate, dansumti diqooni toko siuma keesa jirti. Atini Waaqa d'ara, ka Ashera jed'ani, ya lafa keesaa balleesite haga dandeetu Waaqa d'ugaa barbaadde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu waan gari garii mishaa gooteerta; wonti mishaan ati goote waaqa tolfamaa Asheeraa jedhamtu ta baniin waaqeffatu, fakii maraa lafa irraa balleessiteerta; fedha Rabbii beeku'uuf badaddeerta» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, ati utuboota waaqa dharaa ta ‹Asheeraa› jedhantuu waan balleessiteef, qalbii takkatti'iin Waaqa waan barbaaddeef, wonni dansaan si keessa hin jirti» jedheen.