2 Chronicles 19:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehoshefathini, ato worri isaa Yerusalemu tateele, hojja ch'ufa lafa keesa guddo imaltu deema, haguma Beersheba ta bita jirtu iti keeyate lafa Efraimu ta mirga ta gaareenitini bahe, biyya kara AABBO Waaqa ababoota isaani gula deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi Yerusaalemiin keessa jiraatee Beersaabeehii jalqabee haga biyya gaaraa ka Efreemii banii maraa gara Rabbii Waaqa abboota isaanii deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaax Yerusaalem keessa le'ee, Bersheeba'aa haga biyya koobittii Efreemii odduu kolba'aa bayee dhaqee, yaada kolba'aa gara Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii isaanii deebise.