2 Chronicles 19:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dira Yuda ka jabeesani jaarani ch'ufa jaallaboota iti tolche
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya maraa qachoota ijaaramte ta biyya Yihuuda'aa maraa keessa abboota murti'ii kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana maleelle inni qachoota biyya Yihuda'aa ka dalleya dhaka'aa qabanu maraaf abbootii mura'aa filee,