2 Chronicles 19:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Hojja dubbi qortani, d'uga gula qora, wonti akanatiifi jabeenni isani woini qortani keesaniniti, ka AABBO Waaqati; ammalle hojja isani dubbi murtani, inni isani woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni abboota murti'iitiin «Hennaa murtii kennitan akka Rabbi isin woliin jiru beeka'aatii uf eeggadhaa'a; wonti murteessitan nama gammachiisu'uuf uduu hin taane Rabbiin gammachiisu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
abbootii mura'aa saniin, «Isin Mootii Waan Maraatiif malee, namaaf waan hin hunyeef, waan hujjanu hubadha'aatii huja'a. Muraa kenniisa irratti inni isin woliin jira.