2 Chronicles 19:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa sodaad'a, yo wo tolchi taanile ufi qorqorad'a; wonti akanatiifi AABBO Waaqi keenna nama d'uga gula indeemne, ka nama gargari file yokhaani gumbo nyaatu inoobsu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu Rabbiin bira nama wol caalchisuun, yakki, dharaan nama irraa waa fudhachuun waan hin jirreef Rabbiin sodaadhaa'a; waan murteessitan maraa uf eeggata'aa murteessaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Mootii Waan Maraa sodaatiis isin bira jiraattuu ti. Haqa balleessuun yookiin nama wol caalchisuun yookiin safuu fudhachuun Mootii Waan Maraa Waaqa keenna bira waan hin jirreef, waan hujjanu maraaf ifi eegadha'a» jedhe.