2 Chronicles 19:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yerusalemu keesale Yehoshefathini worra Lawitifi qaaloleefi jaarole Israeli jaallaboota tolche; aka worri nama Seera Waaqa ch'absu laale nama wold'abele dubbi qoruufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosaafixi worra leewwotaa keessaa, worra gadootaatii fi bulchoola abboota Israa'elii keessaa, worra maqaa Rabbiitiin murtii qajeelaa murteessan Yerusaalemiin keessatti muude; «Rabbiin Sodaata'aa onnee qajeela'aan hojjadhaa'a» jedhee isaan ajaje; isaanillee Yerusaalemiin keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshaafaax worra Lewwootaatii fi worra hayyootaa keessaa, sooreyyii maatii Israa'elii keessalle'ee nama garii maqaa Mootii Waan Maraatiin haajaa moroma'aa murteessiisaaf muraa akka kennanu Yerusaalem keessalle'etti file. Isaan Yerusaalem keessa le'ane.