2 Chronicles 19:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worra sunini jed'e: Isani AABBO Waaqa sodaatani, huji teesani aka dansaa hojja ch'ufa garaa tokooni hojachu maltani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbiin sodaata'aa onnee qajeela'aan Rabbiif hojjadhaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qajeelfama isaanii kennee, «Isin Mootii Waan Maraa sodaatiisaan, addatamumma'aan, gadhaa tokkochaan hujadha'a.