2 Chronicles 2:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sagaleeni woreega ta anini hojattu tanteeti ergu, dargaye kintaala kuma diddamatifi garbu kintaala kuma diddamatifi, daad'i d'ebbe kuma diddamatifi d'ad'a d'ebbe kuma diddama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjattoota kee ka muka muraniif waan nyaataaf ta'u waan isaan barbaachisu qamadii kuntaala dhibba afurii fi afurtamaa fi garbuu kuntaala dhibba afurii fi afurtama, daadhii woyini'ii liitira kuma afurtamii afurii fi dhadhaa ejersaa liitirii kuma afurtamii afurii sii ergaa» jedhee dhaamsa erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tajaajiltoota teeti ta muka murtuuf, bullaa qamadi'ii kuntaala dhibba afurii fi afurtama, garbuu kuntaala dhibba afurii fi afurtama, akkasuma daadhii woyni'iille litirii kuma dhibba afur, zayitii ejersaa litirii kuma dhibba afur hin erga» jedhe.